Barnoota buuuraa kan islaamaa barachuun Muslima hundarratti diqama cimaadha. Kuni ammoo hadiisa nabii s.a.w barachuudhaan taha. Akkasuma Appn kun Afaan keenya kan Oromootin waan dhihaateef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaafuu barattoota keenya haalaan faayyada jenneeti abdii goona. Appn kun Hadiisa Filatamaa 80 fi Seenaa sahaabota odeessanii gabaabinaan of keessatti qabatee jira.